How An Exiled Activist In Minnesota Helped Spur Big Political Changes In...
In person, Jawar Mohammed is quieter, smaller than the big persona he has built online. To see him, you arrive at what looks like an old embassy residence in Ethiopia’s capital, Addis Ababa. It’s...
View ArticleUmmanni Oromoo mirga isaa kamiyyuu kabajsiifachuuf qaama biroo irraa hayyama...
Finfinnees ta’ee magaalota gurguddoo Oromiyaa bifa Oromoo uffisuuf jalqaba ummanni Oromoo gahee isaa bahuu qaba. Dhaloonni ammaa gahee isaa yoo sirritti bahate magaalota Oromiyaa kan Oromoo godhuun...
View ArticleKUFAATII HOOGGANSA BIYYOOLESSAA OROMIYAA: MAALTU MALA? (Kutaa 1)
(By Etana Habte) ========== Siyaasni uummata Oromoo hooggansa biyyoolessaa waaltina qabu dhabuun bara kamiinuu caalaa amma ifee mul’ataa jira. Humni ijaaramaa fi jabaan mirgaa fi fedha uummatichaa...
View ArticleNegative forces conspire to destabilize peaceful political struggle in Ethiopia
*By Malkamuu Jaatee, December 2018 Introduction Peaceful political struggle to transform governance of Ethiopia from dictatorship to democracy started 50 years ago, however democratic governance has...
View ArticleDhimma dhiifamaan bira hin dabramne
Berhanu Hundee Gochaa ilma namaa keessatti bakkeen dhiifamaan irra dabran jira. Kuni seeruma uumaa ti. Haa ta’u malee, biyyattii Itoophiyaa jedhamtu tana keessatti sirna Wayyaanee jalatti gochaa...
View ArticleABO fi DhDUO/PDO
Berhanu Hundee Akka yeroo ammaa dhagahamaa fi hubatamaa jirutti, ABO fi DhDUOn/PDOn atakaaroo cimaa keessa seenanii tokko kan biraa balleessuuf waan yaalaa jiran fakkaata. Haal amma uumame...
View ArticleONLY WHEN THE RIVERS FLOWS BACKWARD: THE LIBERATION OF THE GREAT OROMO NATION
Part I By Odaa Hora “An empire itself has lived with a consciousness of its own consciousness of its own mortality, the predatory Abyssinian Empire shall not be otherwise” All aliens of the...
View ArticleABOn dhimma waliigaltee mootummaa wajjin jiruufi amma ‘cabaa jiru’...
Ibsi hayyuu duree dhaabichaan kenname waliigaltee dhaaabnisaanii otoo biyyatti hin galiin mootummaa wajjin taasise ibsuun jalqaba. ”ABO fi mootummaan Itoophiyaa injifannoo wareegamaan dhufe kana gara...
View ArticleODPn waliigaltee diige hin qabu-Dr Alamuu Simee
Finfinnee, Muddee 12,2011(FBC)- ODP’n walii galtee diige tokko hin qabu jedhan itti gaafatamaan Waajjira Giddugaleessaa paartichaa Dooktar Alamuu Simee. Dooktar Alamuun ibsa galgala kana laataniin...
View Article“Ammas jaallee Daawud Ibsaa dabalatee ummaata kanaaf waliin hojjechuuf fedhii...
======== Itti gaafatamaan waajjira giddu galeessaa ODP Dr. Alamuu Simee haala yeroorratti ibsa kennaniin akka jedhanitti walii galteen ODP fi ABO waliin taasifame karaa keenya waanti diigame tokko hin...
View ArticleDallaan diinummaa Oromoo gidduutti deebi’ee ijaaramee?
Lammii Beenyaa Baatii sadan har’aa Finfinneen gammachuu keessa turte. Seenaa Oromoo keessatti ta’ee kan hin beekne Oromoon miliyoon jahaa ol ta’u dirree Masqalaatti bahee hooggansa ABO simate....
View ArticleHayyu duraa garee Shanee ABO “2016 Biyyiti akka Suuriyaa taati!”
BO 1991 Itti hin qophoofne! ABO 2016 Biyyiti akka Suuriyaa taati! ABO 2018 ???? Nii lollaa ??? – Hawaasni hoo maal jettu?kamituu ABO DHAA ??? Ara maaltu dhalatee ?
View ArticleJechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame..
Abduljabbaar MohammedFölj 11 november 2017 Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame– warrii koompitar qabdan ykn bitachuuf qophooftan hiikkaaansaa baayyee isin fayyadaa share godhaa namoonni...
View ArticleShororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku.
Qilee irraa asdeebi’aa (Ezekiel Gebissa irraa) Shororkeessummaan siyaasa keessatti dhima tokkollee baasee hinbeeku. Biyya keenyattis baratamuu hinqabu. Kanaafuu, Dr Dalasaa gad dhiisun waan nama...
View ArticleKaraa Lama: Tokko qajeelaa kuun boolla
Haala amma irra geenyeen siyaasaan Oromoo fi biyya sanii karaa dhanquu irratti deebitee jirti. Karaan tokko, kan amma qabanne kan wal loluu kun boollatti nu geessa. Karaan ji’oota muraasa dura ture,...
View Article