Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame..

$
0
0

Abduljabbaar MohammedFölj

Jechoota Koompitaraa Afaan Oromootti kan hiikame– warrii koompitar qabdan ykn bitachuuf qophooftan hiikkaaansaa baayyee isin fayyadaa share godhaa namoonni baayyeen irraa haa fayyadaman
~~~~~~~~~~~~~~~~~~
 access……………gahiinsa
~accessories…….iddaannoo
~account…………eenyummeessaa
~accuracy………sirrina
~across………….gamaa-gamana
~action………….gocha
~activite………..kakaasi
~Active…………ka’aa
~window……….fooddaa
~add…………….ida’i
~address……….teessoo
~advanced………Olaanaa
~button……….qabduu
~cell……………maadhee
~database…….kuusdeetaa
~document…..galmee
~display………agarsiiftuu
~file…………….faayila
~object……….wanna/wanta
~setup………..qindaa’ina
 ~advanced…… Olaanaa
~options……….. filmaata
~server………… Kaadimtuu
~Affect…………. dhibeessuu
~agent………… iddoomaa
~all caps………qubguddeessa
~all……………… mara/hunda
~append………. miiltessi
~applications… fayyadama
~array…………. waraantoo
~ascending……….olee
~backslash……… # haxarroo
~banner………….faajjii
~block………….. # saamsi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
~border……….handaara
~break…………qurxi
~browse………sakatta’i
~browser……..iyyafataa
~hijacker………butaa
~browsing…..iyyaafata
~build………..ijaari
# busy………..jaatanaawaa
# button……. qabduu
 busy……………. jaatanaawaa
button ………….qabduu
bar……………… kabala
icon……………. saajoo
image…………. calaqqee
default…………duraantoo
modified……….fooyya’aa
status…………..haalojii
cache………….. kuftalee
calculator………herregduu
calendar…………dhaha
call………………bilbila/bilbili
call waiting……eeggatuu bilbilaa
call back……….deebwaamicha
copy…………….jalteenya
cancel…………..dhiisi
message……….dhaamsa
caption………….goodayya
menu……………baafata
catalog………….galaalee
CD………………baxxee hurmaayaa/BH
CD-R…………….baxxee altokkee
cell………………..man’ee/mandhee
reference………..irkoo
center……………wirteessi
set………………..gurmuu
# chat…………….haasaa
check……………fili/mirkanessi
check in…………bakkatti deebisi.
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 choose……….fili
text…………..barruu
class………….ramaddii
clear………….haqi
click………….cuqaasi
type…………..barreessi
client………….maamila
mouse………..hantuuttee
clip……………muraa
close…………cufi
set……………gurmuu
collapse……..qoncoorsi
colon…………tuqlamee
color………….halluuu
column………tarjaa
value…………gatii
window………fooddaa
# comment…….yaada
company……..dhaabbata
compatible…..walta’oo
compile…….rogeessa
computer….koompitara
confirm……dhugoomsi
 • install……………..ijaari…
• deinstall/uninstall……diigi
• current………… ammee
• currency………sharafa
• cryptography…icciiteenya
• encrption………icciitessa
• crop……………..soofuu
• cursor…….. …..qaree/agarsiiftuu
• cut……………….muri/kuti
• delete…………haqi
• paste………… maxxansi
• cut -paste…… kutii maxxansi
• data……………deetaa
• entry…………galiinsa
• file…………..faayila
• form…………unka
• label………..moggaasa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
• point………..tuqaa
• source………madda
• stripping…….tamsaasa
• series………….walfaannee
• range…………hammanga
• validation…….mirkaneessa
 account–Eenummeessaa
 accuracy–sirrina
 action—gocha
 activate–kakaasi
 across– gamaa-gamana
 alias—maqbiroo
 agent–iddoomaa
 allignment–hiriira
 allow—hayyami
 reject–didi/hon hayyamin
 alter—jijjiiri
 always on top–yoomirroo
 allocate—ramadi
 argument–qajeelfama
 arround—maddii
 remote–fageenya
 reject—didi
 confirm–mirkaneessi
 smart phone—qafoo ammayyaawaa
 site–iddoola
 skip–utaali
 slash–haxarroo
 single click–cuqaasa altokkee
 single-sided disk–baxxee gartokkee
 shortcut–qaxxaamura
 menu–baafata
 image–calaqqee
 side bar– kabala moggaa
 share–yagutoomsi/hiri//raabsi
 setting–qindaa’ina
 setup–qindeessi
 shade–gaaddiseessi
 pack–qarqaba
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 session–tursa
 set–qindeessi
 series–walfaannee
 separator–foo’aa
 optional–dirqalee
 option–dirqala
 original–xabboo
 overlap–walirra
 setting… Qindaa’ina
 gallery……….suuralee
 folder……….qabee
 database………Kuusaa deetaa
 # setting ———-qindaa’ina
 desktop——- minjaala’aa
 game…………tapha
 gap…………..adda fageenya
 gateway…….karra
 general…….waliigala
 ghost………dimimmisa
 global………hundaataa
 go………….deemi
 go back……deebi’i
 return……..deebi’i
 go to…………gara __ deemi
 grammer…..caasluga
 filter……….gingilchaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 greeting……nagaa
 group………gurmuu
 team………..garee
 grouping….gurmeessuu
 guidelines…..qajeelcha
 icon———–sajoo
 # design ——-saxaxa
 cut……………….muri/kuti
 delete…………haqi
 paste………… maxxansi
 cut -paste…… kutii maxxansi
 database………Kuusaa deetaa
 connection……waliindhaa
 active………….ka’aa
 deactive………….kaka’umsala
 debug…………… yaalii
#setting———-qindaa’ina
 view————-muldhannoo
 DEL key———furtuu HAQXUU
 delay————turiinsa
 delegate——–iddomsa
 # delete———haqi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 page————-fuula
 items———–wantoota
 demo———-daadessa
#design——-saxaxa
 description—ibsa
 select———-fili
 deselect——-dhiisi
 descending—-irraa gadi
 # desktop——- minjaala’aa
 destination—–gahumsa
 # developer——dagaagsaa
 device————-mi’a
 diagonal———shaffaaxa
 horizontal——-dalgee
 vertical———-gadee
 # dial ————bilbili
 dijit————-lakqurxa
 networking—cimdaa’ina
 dijital———–lakqurxaawaa
 dim————-gogola
 dimension—–gara
 direction——-qixa
 direction key—-furtuu qixaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 directory———galeeloo?
 # disable ———-dhaamsi
 disk————–baxxee
 discard———gati
 disconnect—–adda kuti
 disk drive——–ooftuu baxxee
 icon———–sajoo
 dismiss——-diddaa
 display——-agarsiisi/sa
 display as icon—akka sajootti agarsiisi
 distribute———tamsaasi
 divide————-qoodi
 dock————–hidhi
 document——galmee
 image———–calaqqee
 domain———qayee
 DOS prompt—-Saagii DOS
 double-click—–lama cuqaasi
 # download——naqadhu/gadibuusi
 down arrow—–xiyya gadee
 # draft————-wixina
 drag—————harkisi
 drop————-kaayi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 drag-drop——-harkisii kaayi
 dump————-gati
 duplex printing—maxxansa garlamee
 duplicate———-baay’isi/hedduumessi
 duration———-turmaata
 Screen…. argii
 Insert…….. saagii
 Install…….. ijaari
 Web………… saaphaphuu
 Keyboard…… gabatee cunqoo
 Keypad…….. gabatee lakkoofsaa
 Virus……….. qinqaanii
 Cut………….. muri
 Paste………… maxxansi
 Network……… cimdaa
 Storage……….kuusaa
 Link………….. geessii
 Browser……..iyya’aa
 Kill/stop…….. Dhaabi
 Key…………….furtuu

 image……..calaqqee
 import……alaaguu
 inactive…..hadoodaa
 infield…….dirkee
 incoming message….ergaa dhufu
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 incomputible……waldhabiinsa
 inbox……simergaa
 index…..kasaa
 inline…..sarkee
 insert……saagi
 input……..naqa
 install……ijaari
 instance….miseensa
 instruction…..ajaja
 integrity….amanama
 interface….walqunnama
 interrupt….guufii
 internet…interneetii
 intranet……interneeta qe’ee
 validate……mirkanessi
 invalid……fashala
 italic…….mirgada
 item……malima/qabiyyee
 iteration….deddeebi’iinsa
 job….. hojii
 join…walqaba
 jump….utaali
 justify…..qixxeessi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 keep….ka’i
 key…..furtuu
 keyboard…..gabatee cuqoo
 keypad….. cuqoo lakkoofsaa
 keyword…..jefura
 kill……..dhaabi
 label…..asxaa
 LAN….cimdaa baldhina qe’ee
 laptop…..koyaa
 launch…jalqabi
 layer…..baqqaana
 layout…..teessuma
 legacy…..kennata
 level…..sadarkaa
 line……sarara
 link…..hidhaa/geessituu
 list…..tarree
 load….fe’i
 locate….gitoo biyyee
 lock….cufi
 log…..dilba
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 logoff…ba’i
 login…..seeni
 login security…ittiga seensaa
 logo……asxaa
 loop…..marsaa
 lower case…qubee xiqqaa
 maginfier…guddeessaa
 mail……..ergannoo
 package….qarqaba/galaa
 mail server….gargaartuu dhaamsaa/
ergannoo
 mail box……saanduqa ergannoo
 manage……taliiguu/too’achuu
 manager…..taliiga/too’ataa
 manual….hujeeka
 marquee…. barruu deemtuu
 mark…..mallattoo
 match…..firoomsi
 members….miseensa
 memo…..yaadannoo
 memory…..koofannoo
 menu….baafata
 menu bar….kabala baafataa
 menu button….qabduu baafataa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 menu item…qabiyyee baafataa
 merge/mix ….. maki
 message….dhaamsa
 installation…. ijaarsa
 istall… ijaari
 mode….haalata
 more…dabalata
 modify…fooyyessi
 update….haaromsi
 monitor….torgii
 modem…moodemii
 mouse….hantuuttee
 move….hiiksi/siksi.
 click….cuqaasi
 move up….ol siksi
 move down…gadi siiksi
 pointer… qarree
 multi….walfaannee
 environment…qeeyyaa


 install……………..ijaari
 deinstall…………diigi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 current………… ammee
 currency………sharafa
 cryptography…icciiteenya
 encrption………icciitessa
 crop……………..soofuu
 cursor…….. …..qaree/agarsiiftuu
 cut……………….muri/kuti
 delete…………haqi
 paste………… maxxansi
 cut -paste…… kutii maxxansi
 data……………deetaa
 entry…………galiinsa
 file…………..faayila
 form…………unka
 label………..moggaasa
 point………..tuqaa
 source………madda
 stripping…….tamsaasa
 series………….walfaannee
 range…………hammanga
 validation…….daddafiinsa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 echo…………………….. bowwaa
 edge…………………….. qarree
 edit………………………gulaali
 link……………………… hidhaa/geessii
 hyperlink…………….. geessituu
 series…………………. walfaannee
 text…………………….. barruu
 editor………………… gulaalaa
 effect………………….galtee
 e-mail……………….. ergaa
 account…………….. eenyummeessaa
 message……………. dhaamsa
 enable………………. dammaqsi
 disable………………. boqochiisi
 enclose……………… marsi
 encrypt……………… icciitessi
 end……………………xumuri
 end user…………… maamila ykn fayyadamaa
 enter…………………galchi/ce’i
 entry……………….. galfata
 erase………………..haqi
 keyboard………… gabatee furtuu
 log…………………..dilba
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 character……….. gosqubee
 evaluate………….. madaali
 event………………. ta’ii/mudata
 every……………….kamuu
 execute………….. raawwadhu
 exist………………. jira
 exit……………….. bahi
 expand…………… baldhisi
 memory…………. kuufannoo
 explore……………alooli
 export……………alergii
 setup……………qindeessi
 installation…… ijaarsa
 expression…. ..himannoo
 extension………dheertoo
 external…………alaantoo
 extract…………..bittinsuu
 face down……..gombisi
 face up……….. ol garagalchi
 failure……….. kufaatii/dadhabbii
 fall back…….. duubatti hafuu
 fan………….. hafarsaa
 fatal error….. dogoggora cimaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 favorite………. jaalatamaa
 feature…………amala
 fan………………. hafaarsaa
 favorite…………jaalatamaa
 list ………………. tarree
 access……………gahiinsa
 extension………dabalama
 file managment…. too’annoo faayilii
 owner……………… abbeentaa
 bits…………………..laklamee
 filter……………….. gingilchaa
 flow…………………yaa’iinsa
 focus…………….. xiyyeeffadhu
 folder……………qabee
 font……………..bocquu
 font color………. halluu bocquu
 style………………haalata
 footer……………jaaantoo
 header…………..irraantoo
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 foreground…….fuulduree
 form……………..unkaa
 lock……………..saamsuu
 owner…………abbeentaa
 permission…..hayyama
 system………..sirna
 server…………gargaartuu
 database……kuustuu
 client…………maamila
 frame……….goodayyaa
 frameset…..hirama goodayyaa
 disk…………baxxee
 frequency….ammamtaa
 from………… ..rraa
 display………. agarsiisa
 screen……….. display
 game………… tapha.
 pointer–akeektuu, qaree
 keyboard–gabatee cuqoo
 mouse–hantuttee
 personal comp—koompitara matayyaa
 Desktop computer– koompuutara minjaalawaa
 Laptop computer—koomputara koyaa
 button–qabduu
 press and hold–dhiibii turi
 screen–argii
 hard disk–baxxee jabaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 icon–sajoo
 tools–meeshaalee
 bulk–bal’aa
 inactive–hadoodaa/dunquqqaayaa
 active —kaka’aa
 profile–danaa
 privacy—mateenya
 laptop—koyaa
 palmtop–qubganaa
 model–ilaallata
 mode–haalata
 mix–maki
 modify–fooyyessi
 monitor–torgii
 move–siqsi

 ———–
 account–Eenummeessaa
 accuracy–sirrina
 action—gocha
 activate–kakaasi
 across– gamaa-gamana
 alias—maqbiroo
 agent–iddoomaa
 allignment–hiriira
 allow—hayyami
 reject–didi/hon hayyamin
 alter—jijjiiri
 always on top–yoomirroo
 allocate—ramadi
 argument–qajeelfama
 arround—maddii

 remote–fageenya
 reject—didi
 confirm–mirkaneessi
 smart phone—qafoo ammayyaawaa
 site–iddoola
 skip–utaali
 slash–haxarroo
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 single click–cuqaasa altokkee
 single-sided disk–baxxee gartokkee
 shortcut–qaxxaamura
 menu–baafata
 image–calaqqee
 side bar– kabala moggaa
 ————
 share–yagutoomsi/hiri//raabsi
 setting–qindaa’ina
 setup–qindeessi
 shade–gaaddiseessi
 pack–qarqaba
 session–tursa
 set–qindeessi
 series–walfaannee
 separator–foo’aa
 optional–dirqalee
 option–dirqala
 original–xabboo
 overlap–walirra
 setting… Qindaa’ina

 public–hundumaaf
 private–dhuunfaa
 only me–ana qofa
 publish–maxxansi
 tag–iyyaatoo
 local–naannoo
 list–tarree
 dictionary–Jechiikaa
 custom–maamiloo
 install–ijaari
 customize–maamileessi
 cut and paste–murii maxxansi
 disable–dhaamsi
 sort–foo’iinsa
 directory–galeeloo
 developer–dagaagsaa/ijaaraa
 menu—baafata
 drop-down–gadbuusaa
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 arrow—–xiyya
 feedback–duubdeebii
 text—barruu
 jump–utaali
 in-line–sarkee
 configure–qindeessuu
 router—duuffisaa
 adapter–amanfataa
 broadband– baandii baldhaa
 connection–waliindha
 manual–hujeeka
 interface–fuula/walsima
 recover–bayyanachiisuu
 download–naqadhu
 install—-ijaari
 freeware–moosajii tolaa
 browse–sakatta’i
 status–haalojii
 preview–durargii
 review–keeddebii
 primary–dursaa
 press–dhiibi
 upload–olfe’i
 album–kuusaa
 tag—iyyaatoo
 editor–gulaalaa
 pause–afuurfannoo
 window–fooddaa
 resume–itti fufi
 notification–yaadachiisa
 maybe—-akka tasaa
 decline—diddaa
 tab—-cancala
 synchronize-walsimsiisi
 synonyms–moggoo
 syntax—caasima
 feature—amala


 undo—gaabbi
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 default–duraantoon
 style—akkaataa
 recent–amsiiqa
 collapse–qoncoorsi
 next—itti aanee
 web–saphaphuu
 web site–iddoola saphaphuu
 view–muldhannoo
 cookies–kuusyaadannoo
 feed–soorachiisa
 contact–qunnamtii
 flash–balaqqee
 live–sududan
 qoute–caqasa
 platform–hujeffannoo
 domain–qayee
 disable–dhaamsi
 session–tursa
 abdon–gati
 abort–kuti
 action–gocha
 active–ka’aa
 add–ida’i
 setup–qindeessi
 address–teessoo
 advance–olaansi
 affect–dhibeessi
 agent–iddoomaa
 alias–maqbiroo
 nickname–maqmasoo
 arc–golboo
 archive–haddarsa
 arround–maddii
 arrenge–qindeessi
 array–warraantoo
 argument–qajeelfama
 arrow–xiyya
 assign–ramadi
 attach–miiltessi
 asterisk–urjii
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
Jechoota Koompitaraa Afaan Oromoo– Afaan Oromo Computer Terminologies by OROMO ICT
 device–meeshaa
 audio–dhageettii
 auto–ofnaa
 automate–ofumeessaa


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>