Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Browsing all 1337 articles
Browse latest View live

OPDOn Hattuudha…

Habroo

View Article


A COMMENTAY ON THE TRANSFORMATION

           “FROM NOW ON, THE FATE OF THE ARMED WABO           IS IN THE HANDS OF THE OROMOO PUBLIC AND ABBAA GADAA.           OLF LEADERSHIP SHALL NOT BE HELD ACCOUNTABLE FOR HOW            THE FUTURE...

View Article


DHAAMSA OROMUMMAA ILMAAN OROMOO HUNDAAF

Berhanu Hundee Yoo dubbii tuffannee kan laallu ta’e malee, haalli yeroo ammaa sabni Oromoo keessa jiru kan nuti yaadnu caalaa walxaxaa fi hedduu yaaddessaa dhas yoon jedhe dhara waan ta’u natti hin...

View Article

FILMAATA ITOOPHIYAA KAN BARA 2020: OROMOON ITTIQOPHAA’EE JIRAA?

Berhanu Hundee tiin Guutumaa guutuutti jijjiiramni argame jedhamuu baatus, biyya Itoophpiyaa jedhamtu tana keessatt, ji’oota muraasaaf qilleensi jijjiiramaa mul’achaa ture. Haa ta’u malee, qilleensi...

View Article

Gareen maqaa qabsootiin biyya alaatti wal kolaasaa baate, haarayatti duula...

Dhakaa bu’uuraa haqaan kaa’ame haqanii balleessuun waan hin malleedha. Ebla 4/2019 Sabbataa Murna dulloomee shiraan haaromee qabsoo oromoo jallisuuf deemu kaayyoon jaallan wareegamanii isaan hin...

View Article


ODPn GAAFIIN OROMOO AKKA DEEBII ARGATU GODHUUF FEDHII FI HUMNA QABAA?

Berhanu Hundee tiin Akkuma beekamu amma maqaa jijjiirratee ODP jedhamee as haa bahu malee OPDOn duraanii dantaa Wayyaanotaa eegsisuuf akkasumas kaayyoo isaanii milkeessuuf kan dhaabbate waan ta’eef,...

View Article

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

– MARSAA LAMMAFFAA – Kutaa Tokkoffaa – Berhanu Hundee Yaadachiisa: Mata duree “Qabsoon Bilisummaa Oromoo Eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu –“ jedhuun...

View Article

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

– MARSAA LAMMAFFAA – Kutaa Lammaffaa – Berhanu Hundee Barreeffama marsaa lammaffaa kutaa tokkoffaa keessatti jijjiiramni ni dhufe malee Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) galii isaa akka hin gahin;...

View Article


Arsii Asallaa Jirtuu? Ilmaan Sikkoof Mandoo jirtuu?

Ilmaan Nadhii Gammadaa Jirtuu? Ilmaan Leenjisoo diigaa jirtuu? Ilmaam Waaqoo Guutuu Jirtuu? Jiraachuu keessan kiphxata boruu argina. Guyyaa boruu B/M/N Oromiyaa haaraan Shimallis Abdiisaa fi Addisu...

View Article


Gubbaan sabboonummaa Oromoo fakkaachaa Keeysa dhooyfattanii Haala mijjeeyfachaa

Tortora haasawaa Tola fakkeessuu Summii baattanii Nutti gad facaasuu Guyyaa jara fakkaachaa Galgala nu fakkaachuu Afaan damma dibattanii Nuun sossobachuu Gubbaan sabboonummaa Oromoo fakkaachaa Keeysa...

View Article

Dr, Abiy Ahmed Oromiyaa diigee Toophiyaa durii deebsuufi

View Article

Seenaa Harma muraa

Gocha gara jabeenyaa Minilik ummata Oromoo irratti raawwate OPDOn Habashaan jaallatamuuf seenaa Awwalti!

View Article

“Shimallisii fii Addisuun akka Oromiyaa bulchuu hin dendenye mirkeneessan”...

“Riqichi ummata oromoo fi OPDO/ODP waltti Fidu Citeera” Jawaar Mahammad.

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Naannoolee Oromiyaa fi Saboota Kibbaa humna Minilikiin Weeraraman (1865-1900).

1) Shawaa 1865 2) Walloo 1867-1876 3) Tuulama 1879-1882 4) Macca 1882-1886 5) Wallagga 1879-1886 6) Biyya Gumaa 1879-1882 7) Biyya Gomaa 1879-1887 Liimaa Inaariyaa 1879-1887 9) Biyya Geeraa 1979-1887...

View Article

Ibsa Ijjannoo Waldaa Sikkoo Mandoo Haala Yeroo Irratti.

View Article


Obboo Lammaa Magarsaa maalif Angoorraa kaafaman?

Dubbiin aangoo prezidaantummaa BMNO irraa kaafamuu #Obbo_Lammaa_Magarsaa wantootota dhokfamanii hambifaman hedduu akka qaban wantoota ta’aa oolan irraa arguun nama hindhibu. Sababni paartii fi...

View Article

Arsii; Addisuun Dachee Oromiyaa keessa imaluuf hamilee hin qabu!

Arsii Asallaatti haati Siinqee fi maanguddoonni gocha Addisu Arega Kitessa mormuun hiriira bahan. Addisuun Dachee Oromiyaa keessa imaluuf hamilee hin qabu. Aangoo irraa kaafamee Seeratti dhihaachuu...

View Article


DUULLI MINILIK UMMATA OROMOOTTI BAHE KAN GITAA MOO WEERARAA TI?

Ebla 26, 2019 Abbaa Urjii tiin: Gaaffiin armaa olii baroota walakkaa jahaatamootaa Oromoota (sab-boonotaa fii qabsaawoota) fii, hortee nafxanyootaa (Amaara) jiddutti, biyyaa fii alattiis, atakaroo...

View Article

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

– MARSAA LAMMAFFAA – Kutaa Sadaffaa – Berhanu Hundee Barreeffama kutaa lammaffaa keessatti sirni Federaalisimii Itoophiyaa amma jiru kun gaaga’ama keessa akka jiru fi humnootni sirna kana jibbanis...

View Article

Kitaaba Raammisoo sagaleen..

Warra RAAMMISOO dubbisuuf dharraataniif hamma kitaabichaan walitti baatanuu, waraabbii sagalee kutaa 1-rraa hamma 7-aa, heera malee sa’aa lamaa, gabaa! Ittiin booharaa. Warri maxxansaa lamadaa qabdan...

View Article
Browsing all 1337 articles
Browse latest View live