Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Browsing all 1337 articles
Browse latest View live

OMN: SIMMANNAA RAMADAANAATI FI ITOOPHIYAA IRRAA HAJJIN QAALAHU..

View Article


Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

  – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu –   Berhanu Hundee Kutaa Kudhatorbaffaa   Dhaabbatni Dimokraatawa Uummata Oromoo (DhDUOn – OPDOn) walgahii Koree Jiddugaleessaa irratti taasiseen,...

View Article


PM Abiy Ahmed Receives ODF Delegation

May 25, 2018 – PM Abiy Ahme of Ethiopia met represetantives of the The Oromo Liberation Front (ODF) yesterday according to ENA. The delegation had come to Ethiopia following invitation from the Premier...

View Article

Kan Dhufu To’atuuf Kan Dabre Beekuu Feesisa.

Baarentuu gadaa Irraa// Beekaa, hayyuu ykn qaroo akka hin jenneef kan isaan ummatootatti himan, barsiisuuf yaalan, fudhachiisuuf tattaafatan dogoggora kaleessaa kan hin sirreessine ykn hin dhabamsiisne...

View Article

Obbo Leencoo Lataa qabsoo Oromoo hanga fayyadan moo hanga miidhantu caalaa?

Barreeffama kana ilmi Oromoo kamuu dubbisuu qaba! Haqa Oromoon waggoota dheeraaf dheebotaa ture barruu gadii kanarraa nii argattu. Du’a Jaal/Baaroo Tumsaa, Jaal/ Badhoo Dachaas, fi akkamitti akka...

View Article


Shira Leenco Lataa

1) 1980 Hoggantoota ABO magarsaa barii faa nama 9-11 ajjeesisuun Ogaden tu ajjeese jedhee seenaa barreesse 2) Jeneraal Taaddasa Birru harka diinaa seenuu isaatiif kallattiin shoora ol’aanaa taphate 3)...

View Article

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

  – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu –   Berhanu Hundee    Kutaa Kudhasaddeettaffaa   Mootummaan Itoophiyaa jaarmayoota mormitootaa wajjin haasa’uu barbaaduu duuba shirri jiraachuu akka...

View Article

IBSA ADDA BILISUMMAA OROMOO

Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) Oromo Liberation Front(OLF) Guyyaa:Caamsaa/30/2018 Date: May/30/2018   Koreen Hojii raawwachiiftuu ABO(ABO-T) guyyaa gaafa Caamsaa 27-2018 walgahii atatamaa taasifateen...

View Article


WAAMICHA HAALA YEROO IRRATTI ADDA BILISUMMAA OROMOO, “ABO TOKKOOME”

WAAMICHA HAALA YEROO IRRATTI ADDA BILISUMMAA OROMOO, “ABO TOKKOOME” IRRAA JAARMAYOOTAA SIYAAS OROMOO FI MURNOOTA HAWAASA OROMOO BAL’AAF GODHAME: G/G 1. ABO, J/ Galaasaa Dilboon hoogganamu. 2. ABO, J/...

View Article


Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira? – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu –   Berhanu Hundee    Kutaa Kudhasaglaffaa   Barreeffama kutaa dabree keessatti mootummaa...

View Article

JUXTAPOSING DEMOCRACY WITH THE GADA SYSTEM OF THE OROMO PEOPLE

  Part I   By Odaa Hora   The amorphousness of the term democracy utilized as tools of legitimacy to rule by the tyrannical regimes who come to power by bullet or through ballot box focused on series...

View Article

Obscure destruction against global and honest construction

  Waging war against the neupogen of the people and failure to detect the therapy resistance will not bring cure to the critically ill empire   By Dr.Baro Keno Deressa   Hypothesis: The obstacle of...

View Article

UNITED FRONT FOR INDEPENDENT OROMIA

ADDA FOR IMMEDIATE RELEASE: Statement of the United Front for Independent Oromia (UFIO) on recent talks with the Ethiopian Government June 13, 2018- Brigadier General Kamal Galchu, Chairman of the UFIO...

View Article


Qabsoon Bilisummaa Oromoo eessaa ka’ee garamitti deemaa jira?

  – Qormaatota kaleessaa, kan har’aa fi kan boruu –   Berhanu Hundee Kutaa Diigdamiilammaffaa   Akkuma beekamu Qubeen Afaan Oromoo injifannoolee gurguddoo Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) galmeesse...

View Article

HOGGANAA HUMNA UMMATAA QABU HUMNI FEETE HIN DANDEESSU!

  _________ Hogganaan biyyaa kan biyya isaa jaalatee dhugaa ummanni biyyattii qabu itti amanee dhugaa isaanii dubbatuu fii dhugaa isaaniif hoojjatu, ummmata isaa biratti fudhatama argatee dhugaan...

View Article


USA’s “Soft” Coup in Ethiopia

https://www.thenigerianvoice.com/ The USA has launched a “Soft Coup” in Ethiopia in an attempt to relieve growing revolutionary pressure from the Ethiopian people after 3 years of failed martial law...

View Article

Finfinneen hiriira Ministira Muummee Doktar Abiyyiif deggarsa kennuuf...

  Finfinnee, Waxabajjii 12, 2010 (FBC) Hiriirri nagaa kaayyoo, jijjiirama Ministirri Muummee Mootummaa Federaalaa Dimookraatawaa Itiyoophiyaa Doktar Abiy Ahimad itti-gaafatamummaatti erga dhufanii...

View Article


More 1 of 4,999 Ibsaa balaaleeffannaa gocha suukkaneessaa hiriira Finfinnee...

ADDA UNITED FRONT FOR INDEPENDENT OROMIA LAKKOFSA: EXE20186780013 1 FOR IMMEDIATE RELEASE: UFIO Statement on barbaric and cowardly act of terrorism on peaceful rally in Finfinnee June 27, 2018 – It is...

View Article

RESPONSE OF THE OROMO LIBERATION FRONT TO PM ABIY’S CALL

ADDA BILISUMMAA OROMOO OROMO LIBERATION FRONT Press Release 25 June 2018 RESPONSE OF THE OROMO LIBERATION FRONT TO PM ABIY’S CALL The speech made by Ethiopia’s Prime Minister Dr. Abiy Ahmed on June 19,...

View Article

Oromo activist, Jawar Mohammed to return to Ethiopia as OMN opens Addis office

US-based Oromo Media Network (OMN), which was banned for inciting violence and promoting terrorism, has opened an office in Ethiopia, the privately owned Addis Standard website reports. The development...

View Article
Browsing all 1337 articles
Browse latest View live


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>