Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Shira Leenco Lataa

$
0
0

1) 1980 Hoggantoota ABO magarsaa barii faa nama 9-11 ajjeesisuun
Ogaden tu ajjeese jedhee seenaa barreesse
2) Jeneraal Taaddasa Birru harka diinaa seenuu isaatiif kallattiin
shoora ol’aanaa taphate
3) Shira Leencoon dhandhaareen Baaroo Tumsaa ajjeefame otoo jiru,
jaarraa abbaa Gadaatu ajjeese jechuun ABO bakka lamatti cabsuun
Sooreysa jaarraa abbaa Gadaa tti amata hedduu lola geggeessaa ture
4) Bara chaartaraa WBO 20,000 mooraatti galchee TPLF fi Shaabiyaan
dhooysise
5) Chaartara booda Hoggana qaroo Sabaa fi ABO jaalle Nadhii
Gammadaa diinaan nyaachisee, ibsaa Guutamaa hidhaa baasee
Booleen baafate
6) Bara 1998 Kora sabaa ABO sababeessuun Jaalle Galaasa Dilboo
aangoo irraa kaasisuun Daawid ibsaa ykn fireew maasho fi Obboleessa
isaa abbaa caalaa muude. Sana booda WBO biyya ollaa jiru shira Tplf fi
Leencoon xaxaniin ABO Biyya Eertiraatti maqaa gargaarsaatin
galchisiise. Hoggantoota qaqqaroo salphisuun akka faca’an shoora
ol’aanaa harka lafa jalaan taphate
7) 2008 jaarmaya ABO jijjiiramaa Jeneraal Kamaal Galchuu irratti
hojjatuun WBO Zoonii kibbaa ture akka TPLF tti galan kallattiin kan
irratti hojjate Leencoo Lataati
8) 2014 haarayatti ODF jaare. Ani takkaa Oromiyaatti hin amanne jedhe.
Oromoon gaafii dimokraasi malee Kolonii Habashaa jalatti hinkufne
jechuun dogogora seenaan hin daganne tumatee gadi bahe
9) 2015 Walhubannoo jaarmayoota Oromoo wajji seenuun maqaa olola
walirratti hin oofnu jedhuun jaarmayoota sakaalee afaan qabsiise
10) 2016 Walitti dhufeenya jaarmayoota oromoo doomsuun jaarmaya
amaaraa G7 tti gale. Itti aanaan LL, Dr diimaa Nagoo, Jaarmayoota
Walabummaa Oromiyaatti amaniin” Xabbaaboch nachew” jedhee ESAT
MEDIA irratti ifaan ifatti dubbate
11) Bara 2017 Biyya Suudaan maqaa walgahii EGAD sababuun,
khaartuum dhaqee Hoggantoota TPLF Abboy Sibhaat fi Siyyuum
Masfin wajji iccitiin wal qunnamee deebi’e
12) 2018 Qabsoo qeerro awwaaluuf, Kaayoo Oromoo afaan faajjesu,
Oromiyaa walabummaa dhoorkuu fi Ethiopia durii deebisee ijaaruuf
murtees


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Trending Articles


Girasoles para colorear


mayabang Quotes, Torpe Quotes, tanga Quotes


Tagalog Quotes About Crush – Tagalog Love Quotes


OFW quotes : Pinoy Tagalog Quotes


Long Distance Relationship Tagalog Love Quotes


Tagalog Quotes To Move on and More Love Love Love Quotes


5 Tagalog Relationship Rules


Best Crush Tagalog Quotes And Sayings 2017


Re:Mutton Pies (lleechef)


FORECLOSURE OF REAL ESTATE MORTGAGE


Sapos para colorear


tagalog love Quotes – Tiwala Quotes


Break up Quotes Tagalog Love Quote – Broken Hearted Quotes Tagalog


Patama Quotes : Tagalog Inspirational Quotes


Pamatay na Banat and Mga Patama Love Quotes


Tagalog Long Distance Relationship Love Quotes


BARKADA TAGALOG QUOTES


“BAHAY KUBO HUGOT”


Vimeo 10.7.0 by Vimeo.com, Inc.


Vimeo 10.7.1 by Vimeo.com, Inc.



<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>