Dhaabbanni keenya Dh.D.U.O.n gaafii ummata deebise..kkk
Dhaabbanni keenya Dh.D.U.O.n haaromsa erga gaggeessee booda gaaffiilee uummanni keenya gaafachaa ture deebisudhaaf hojiin waggaa tokko kana keessatti hojjateen bu’aa gurguuddaa ummata keenyaaf...
View ArticleHaala uummatani Oromoo keessa jiru dhugumatti hubannee jirraa??
Abdii Boruutiin Sochiin uummata Oromoo, kan bara 2014 irraa eegalee godhamaa jiru kun injifannoo hawwame dafee argamsiisuu baatullee, jijjiirama addaa addaa argamsiisaa jira. Mooraa diinotaa...
View ArticleWHY DO THE TPLF TYRANTS CROSS THE REDLINES
Truth Barometer 14 Part 3 By Odaa Hora Preventing the subjects from knowing each other Spreading distrust among the citizens is also paramount important methods for tyrants. That constitutes...
View ArticleGuutuu gabaasa gocha guyyaa kalee Makkalaakiyaan DHANGAGGOO tti raawwate.
Muddee 11/2017 Yeroo ummanni Oromoo hamma dur caalaa wal dhageettiifi bilchina siyaasaa horate kanatti, haalli kun diina waan hin gammachiisiniif tooftaafi shira garagaraa uumee tokkummaa ummata...
View ArticleMuddee 11/2017 Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoo ..
#OromoRevolution Muddee 11/2017 Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Magaalaa Calanqoo lafaa seenaa, Aradaawwaan Dusee fi Garmmaam jedhaman irratti Waraanni Liyyuu hayilii Somaaleefi Makalaakiyaan...
View ArticleAangawoota DHDUO Faarsuurratti Ni Jarjarree Laata?
Hawi Anole ~ Mud/2017 . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . . Jaallewwankoo Cunqursaa waggoota hedduuf uummata keenyarra gahaa tureef qaamoleen itti gaafatamummaa qaban danuudha. Erga sirni ADWUI...
View ArticleMootota Itiyoophiyaa Mootoota shiraa fi Soba Malee Hin Jiraanne!
Baarentuu Gadaa Irraa// Uummattoonni har’a impaayeera itiyoophiyaa keessa jiran guyyaa gabroonfattoota Habashaa qawwee warra lixaarraa argatanii itti dulan harkatti kufanii kaasee guyyaa...
View ArticleDhDUOn murtii xumuraa godhuuf sadarkaa ittidirqamu irra gahee jira
“Yaa soogidda ofiif jedhii mi’aawii ykn dhagaa dha jedhanii achi si darbatuu” Berhanu Hundee tiin Mata duree “Rakkoolee Uummata Oromoo fi Qormaata DhDUO (OPDO)” jedhuun barreeffama gabaabaa...
View ArticleYakka ajjeechaa Calanqootti raawwate duuba eenyutu jira?
Oromia Communication Bureau ———– Heera Mootummaa Federaalawa Dimookiraatowa Rippaabilika Itoophiyaa keewwanni 87(3) jalatti, Raayyaan ittisa biyyattii birmadummaa biyyaa eeguuf hundaa’e. Kewwata xiqqaa...
View ArticlePresident of Oromia Lemma Megersa discloses that he did not request...
Speaking to the state owned OBN Afaan Oromoo he condemned the recent massacre of farmers in Chelenko by federal armed forces calling it a criminal act and vows to bring them to justice. He has also...
View ArticleKalees boorumaa arraas boorumaa Qeeyroon Oromoo didde gabrummaa Tokkummaan...
QEEYROO OROMOO Kalees boorumaa arraas boorumaa Qeeyroon Oromoo didde gabrummaa Tokkummaan jatti yaa bilisummaa! Zinnaarri guutuu billawni qaraa Farra walqixxummaa isaanii muraa Qeeyroon Oromoo...
View ArticleGaafiin uummata Oromoo mana hidhaa Maa’ikalaawii diiguun hin deebi’u
Berhanu Hundee Gaafiilee uummatni Oromoo gaafachaa jiran keessaa inni tokko hidhamtootni siyaasaa akka gadi lakkifaman ta’ullee, shirri Wayyaaneen uummata gowwoomsuuf xaxaa jirtu akka jijjiirama...
View ArticleB A G A I T T I I N I S I N G A H E !
Bara gaarii – bara guddinaa Bara balleeysinu shiraa fii jallina Bara tokkummaa – bara nageenyaa Bara lagannu wal jibbaaf hammeenya! Bara badhaadhinaa – bara quufaa Bara dhabamsiifnu vaayrasii...
View ArticleWayyaanee; Murna Kan Jettuu fi Kan Hojjettu Tokko Ta’ee Hin Beekne!
Baarentuu Gadaa Irraa// Dubbiftoota! Mootonni Habashaa uummattoota cunqurfamoo impaayera itiyoophiyaa bitaa turan hunduu kijibdoota turan. Hundii isaanituu wanti jedhanii fi hojjetan wal argeefii hin...
View ArticleOromiyaa: Moving Towards the Ultimate Victory
By: Itana Gammada In this era of pain, suffering, physical, and material destruction, words like: genocide, torture, imprisonment, mass murder, mass massacre and “exilement of millions,” are...
View Article“O R O M O F I R S T”
“Oromo First akkamitti calqabe? Maalirraa madde? Eessaa ka’ee eessa gahe? Har’a eessa jira? Boru hoo maal ta’uuf deema? Kutaa Tokkoffaa Berhanu Hundee JECHI “OROMO FIRST” JEDHU KUN EESSAA DHUFE?...
View ArticleKaraan Jiru Of Duratti Deemuu Qofa!
Baarentuu Gadaatin // Waggoota hedduuf impaayeera itiyoophiyaa keessatti uummanni gaafiin mirgaa fi dimookiraasii gaafiin waliqixxummaa kaasaa ture, keessumaa uummanni Oromoo abbaa biyyummaa...
View Article“Oromo First akkamitti calqabe? Maalirraa madde? Eessaa ka’ee eessa gahe?...
“O R O M O F I R S T” Berhanu Hundee Kutaa Afraffaa OROMO FIRST (DURA OROMOO)n EGEREEN ISAA MAAL TA’UUF DEEMA? Barreeffam kutaa sadaffaa keessatti, dhimmi Itoophiyummaa calaqqisu dursa argachuun ykn...
View ArticleJijjiirama Itoophiyaa keessatti ta’uuf deemuuf ittiqophoofne moo ammas yeroo...
“O R O M O F I R S T” Berhanu Hundee Kutaa Shanaffaa Hubachiisa: Mata duree akka gaafiitti dhihaachaa ture isa hangafa “Oromo First akkamitti calqabe? Maalirraa madde? Eessaa ka’ee eessa gahe?...
View ArticleEthiopia’s Oromo leader meets German envoy over political developments
http://www.africanews.com Barely two weeks after criminal charges against him were dropped and he was released from prison, Dr. Merera Gudina, a leading opposition member in Ethiopia has hit the ground...
View Article