Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Browsing all 1337 articles
Browse latest View live

Bara 1976 irra hanga 2014 qabsoon godhamte Tan ABO dhuunfachuuti moo tan...

  Khora sabaa Jechuun maal jechuudha? Akka heeraafii seera ABO dhatti khora sabaa jechuun akkuma maqaa isaa khora sabni oromoo hundii kheeysatti if arkujechuudha eega qaamni QBO gaggeeysu sadarkaa jiru...

View Article


XALAYAA OBBOLEESSAA: OBBOLEESSA KIYYA: HOJJATAA MOOTUMMAA WAYYAANEE TAHE MARAAF.

  (Saphaloo Kadiir’iin) Si haa gahu salaamanni koo xalayaa obboleessaa tan dhaamsa Oromummaa hilatte tanaan obboleessa kiyya mana abbaa isaatti maqaa hojjataa mootummaatiin alagaan fe’achaafi ergachaa...

View Article


JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Tokkoffaa

                                                                            Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo mataduree kanaa olitti...

View Article

Yaa hojii OPDO!

 Jawar Mohammed Amma ammoo wixineen kun qaama dhimmi ilaallatutti dhihaatee osoo hin ragaasifamin qaamni hawaasaa adda adda irratti mari’ata jedhan. 1. Qaamni dhimmi ilaalu jedhanii duuchuun maaf...

View Article

Wixineen labsii faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa argattu...

Faayidaa addaa naannoon Oromiyaa magaalaa Finfinneerraa argattu ilaalchisee wixineen labsii qophaa’e ifoome. Heera mootummaa biyyattii keeyyata 49 keeyyata xiqqaa 5 irratti naannoon Oromiyaa faayidaa...

View Article


KITAABA MAQAA #BEEKAN GULUMMAATIIN MAXXANFAME GUBUUN SIRRII MITI.

  (Saphaloo Kadiir irraa) Dura irratti barruun kun seera if danda’ee fi akeekkachiisa qaba. Osoo dubbiftee hin xumurre barruu kana irratti yaada kennachuuniis tahee, yaada dogoggoraa kennuun dhoorkaa...

View Article

Finfinnee irratti aangoo abbaa seerummaa:

Barreessaan Betru Dibaba Federaaliizimiin Itoophiyaa Mootummaa Federaalaa fi Naannooleen kan caaseffame dha, Heera Federaalaa keewwata 50(1). Federeeshinii kana keesatti qaamoleen taayitaa sadan; seera...

View Article

Don’t be fooled. This is Addis Ababa Master Plan 2.0 in sheep’s clothing

http://www.aigaforum.com/documents/govt-statement-on-oromia-and-addis-ababa-062717.pdf The post Don’t be fooled. This is Addis Ababa Master Plan 2.0 in sheep’s clothing appeared first on Bilisummaa.

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

“Yaa Marqa si afuufuun si liqimsuuf”

“Yaa Marqa si afuufuun si liqimsuuf” Kanneen Fooliin Oromummaa isin irraa Urgaawu Cufaaf! Waaqoo Nooleetiin Tibba kana Perezedaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa baanamu Lammaa Magarsaa Sochii warraqsa...

View Article


#Maqaa_BULCHIINSOTA_FINNFINNEE Weerara Nafxanyootaan dura.. 

::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::;;;;; Finfinneen qaama Oromiyaa akkuma taate hunda bulchinsa Oromiyaa jala turte. Ilmaan Oromoo weerara Minilikiin dura Finfinnee...

View Article

Finfinnee Osoo Hin Tahin Maqaleen Kan Enyyuti?

TPLF angoo, maallaqa, biyya fi waraan ittisa biyaa harka isii osso jiruu dargageesaa fi shamaran Orommoo harka duwaa dhaan mormanin mohamtee.  Kana ragaa kan tahu TPLF filmaata democracy dhann...

View Article

The game of the bottle

  By. Dr.Baro Keno Deressa We all want peace, we all want freedom, we all want stay out of war. We know the horrible toll and the criminal folly of war. But men of equal sincerity and loyality can and...

View Article

Uummanni Oromoo kan du’aa fi hidhamaa jiruuf wantoota torbaafi:

Yaadachiisa: Oromoota Hundaaf! *************************************** Uummanni Oromoo kan du’aa fi hidhamaa jiruuf wantoota torbaafi: 1. Oromoon biyya isaa irratti ( Finfinne fi magaalota Oromiyaa...

View Article


Ethiopia: The Fallacy of Clandestine Movement & Documents Ethiopians Deserve...

Haile’s confession starts, age 38, employed, educated in Ethiopia and Europe, and lived in Addis Ababa. He is a son of carpenter and grew up in Wollega province. He completed his elementary and junior...

View Article

”QARA DHUGAA” Fiilmii Girmaa Xurunaatiin qophaa’e. Kan inni dhugaadhaan...

The post ”QARA DHUGAA” Fiilmii Girmaa Xurunaatiin qophaa’e. Kan inni dhugaadhaan ummata Oromoo irratti hojjattes kanuma. appeared first on Bilisummaa.

View Article


JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Lammaffaa  

                                                                              Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaa tokkoffaa...

View Article

The ‘Nine Lives’ of Oromo Literacy: Qubee and the Birth of a Generation

Part I Mekuria Bulcha     The qubee [the Oromo alphabet], in providing an instrumental means to modern       communication, has itself become highly symbolic of the legitimacy and authority of Oromo in...

View Article


Umrii Namaa Mana Hidhaatti Fixanii  “Abaluu fi Abaluun” Bilisa Bahaniin...

Umrii Namaa Mana Hidhaatti Fixanii  “Abaluu fi Abaluun” Bilisa Bahaniin Qoosaa dha! Baarentuu Gadaa Irraa// gessogeda@gmail.com Waggoonni 26n darban keessumaa waggoonni 3n darban ummata Oromoof...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Ethiopian musicians charged with terrorism

The Ethiopian government has charged seven Oromo artists with terrorism for producing and uploading politically charged songs on YouTube.   Seenaa Solomoon is among those charged. The videos were made...

View Article

JECHOOTA HOJIIF BARBAACHISOO: Kutaa Sadaffaa

                                                                              Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, barreeffata kana kutaalee...

View Article
Browsing all 1337 articles
Browse latest View live


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>