Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Browsing all 1337 articles
Browse latest View live

Image may be NSFW.
Clik here to view.

ABO Kutaa Iskaandineeviyaa (Scandinavia) fi konyaan ABO Oslo waliin ta’uun...

Kabaja Guyyaa Goototaa Oromoo, qabsoo ABO gaggeefamaa jiruu fi marii hawaasaaf qopha’ee  irratti Oromoo Scandinavia keessa jiratan hundi akka irratti hirmaatu waamicha keenya kabajaa fi lammummaa kana...

View Article


OROMOOF OROMIYAA JIJJIIRUUF ANIS BA’UUN QABA GA’EE MATAA KOO KUTAA TOKKOFFAA

  1. YEROO BIRAAS HIN EEGU OFIS HIN TUFFADHU Namni waanuma qabu irraa haga murtaa’e tokko namoota biroof qoode, duyina hin jedhamuu jedha oromoon yeroo mammaku. Marti keenyas waa mara madaallin yookiin...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

HIRIYOOTA KIYYA KANNEEN BARRUU KIYYA KANA HORDOFAA JIRTAN MARAAF

Guyyaa: 22/4/2017   Yaada keessan karaa ‘inboksiin’ naaf ergitan xiinxalee ilaalee, barruu keenya kutaa lammaffaatti osoo hin darbin yaadi hubachuuf wal hubachiisuu qabnu keessaa xiqqoon ishee waan...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

A House Divided: Ethiopian Runners Separated by Politics Face Off at London...

Ethiopians may suffer from conflicting allegiances Sunday as two Ethiopian elite runners Feyisa Lelisa and Kenenisa Bekele take to the streets of London for the 36thedition of the London Marathon....

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

“Warshaan harroota qaqqaluuf dhaabbate cufamuun isaa nu gammachiise!!”

Basii Keenyaa Hirphi Nu Kennamnaan Eenyu Wajjinuu Wal-falmii Keessa Galuu Hin Barbaannu, Cufnee Keessaa Galla: Daayrektarii Qeeraaa Harree Basii Keenyaa Hirphi Nu Kennamnaan Eenyu Wajjinuu Wal-falmii...

View Article


jiraattoonni Oromoo biyya Jerman magaalaa Nürnberg guyyaa ar’aa hirrira...

The post jiraattoonni Oromoo biyya Jerman magaalaa Nürnberg guyyaa ar’aa hirrira diidda wayyanee bahan appeared first on Bilisummaa.

View Article

London: Fayyisaa Lalisaa goota sabaa (Foyyoo Goota Sabaa)

The post London: Fayyisaa Lalisaa goota sabaa (Foyyoo Goota Sabaa) appeared first on Bilisummaa.

View Article

Gaazeexeessaa Abdii Fiixee dubbiin harkaa wal dhawaa jirti fakkaatti

http://bilisummaa.com/wp-content/uploads/2017/04/18227392_1694397054186572_2640772367206318080_n.mp4 The post Gaazeexeessaa Abdii Fiixee dubbiin harkaa wal dhawaa jirti fakkaatti appeared first on...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Wixineen Labsii Keeyyata 49(5) hiikuuf qophaaye dantaa Oromiyaan Finfinnee...

  ( Ani hanqina wixinee kana airratti qabxiilee muraasa kaaseera. Ogeeyyonni seeraa keenyas sirritti xiinxalaatii ummata hubachiisaa maaloo) Qorannoo ka’uumsaa ( Concept Paper) dhimma dantaa addaa...

View Article


Finfine is the Capital City of Oromia: The Fact that the Special Interest...

Birhanu M Lenjiso I received the draft documents (baseline study and proclamation) on Oromia special interest on Finfine from a friend and read with great interest. The following is my short and very...

View Article

Faayidaa Addaa Naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu laalchisee labsii Wayyaanee

    Abdii Boruutiin   Dhiyoo kana faayidaa addaa naannoon Oromiyaa Finfinneerraa qabu ilaalchisee mootummaan Wayyaanee labsii mata dureen isaa “የኦሮሚያ ክልል በፊንፊኔ/አዲስ አበባ ላይ ያለውን ሕገ–መንግስታዊ ልዩ ጥቅም ለመወሰን...

View Article

WIXINEE LABSII DHIMMA FINFINNEE LAALCHA KIYYAAN.

  Wixineen labsii maqaa dantaa addaa Oromiyaan Finfinnee irraa qabdu jechuun wayyaaneen heera mootummaa jalatti dahachuun baafte kun akkaan ani hubadhetti kan guutumatti Oromoof bu’aa hin qabnee dha....

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

A Runner In Exile

After his dramatic protest at the Rio Olympics, Ethiopian marathoner Feyisa Lilesa didn’t feel safe returning home. But even in his new life in America, he can’t be sure what waits for him around the...

View Article


Kan ifni kessanuu akkanaa dukkanti teessan akkamumaa?

Kan ifni kessanuu akkanaa dukkanti teessan akkamumaa? Beekaan keessan kunoo kanaa Barnoonni isaa hangasumaa? Ifni keessanuu cillimii Tan dukkanaa waan himanii Hayyuun himtan kanumaa mii? Duuba...

View Article

US doesn’t need Ethiopia in its war on terror in the Horn of Africa

(The Hill) – Earlier this month, U.S. Defense Secretary Jim Mattis visited the Middle East and Africa to “reaffirm key U.S. military alliances” and engage with strategic partners.” Mattis only visited...

View Article


Beekan Guulamaa; Solomon Ungushe Vs Jawar Mohammed

(Maaliin walfakkaatu, Maaliinis Gargar Ba’u) ========= Taajjabbii Dhuunfaa Kutaa 1ffaa = = == = = = = = = = Maal Maalfaan Walfakkaatu? === = = = = == 1. Lamaanuu Sabboontota Oromooti; jireenya isaanii...

View Article

Artist Nafiisaa Haagargaarruu

Maqaan isii Guutuun Artist Nafiisaa Abdulhakim jedhamti Sochii Bara Kana Godhame kessatti Dubartii Gahee Guddaa Gumachiitee dha Ji’a 4 oliif Mana hidhaa Xollaayittii Dararaan Hedduun Erga irraa Gahe...

View Article


Beekan G Erena: Jawaar Mohammad kuffisuuf waan hidhatee ka’e fakkaata

TAAJJABBII -Kutaa 42ffaa – Oduu Boordii OMN Keessaa Mimmiliqanii Bahan —— Dursee sababan oduu kana ifa baasuu barbaadeefan hima. Oduun kun akka namtokkeetti eenyuunuu hin ilaallatu. Bulchiinsa OMN qofa...

View Article

Yeroo gareen shanee maqaa qabsootiin bara 20 caalaa Kora gudda kora tiqqaa,...

TAAJJABBII-Kutaa 41 ffaa = DHIBEE DIYAASFOORAA KANA GOOLAA JIRU GAR TOKKOTTI DEEBISNA! = RAKKOO GUDDAAN MAALI? – 1. Jawar Mohhammed Hayyu Duree ABO Jaal Dawud Ibsaafi dhaaba inni geggeessu ifatti...

View Article

Hinaaffaan Obboo Jawaar addunyyaarra nanna’ee tumsa sabaa himaa OMN...

TAAJJABBII -Kutaa 40 ffaa – OMN Eenyu eegale?-Galmee Seenaarraa! – 1. In mid 2012, I convinced myself it was time to start a sustainable Oromo media. I reached at that conclusion because I observed...

View Article
Browsing all 1337 articles
Browse latest View live