Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Dr. Mararaa Guddinaa Har’a Wayita Murteen Mirga Wabii Dhoorkuu irratti Darbu kan Dubbatan

$
0
0

1. Bara Jeneraal Mangistuu Niwaayii fi Jeneraal Taaddasaa Birruutii kaasee diraamaa siyaasa biyya keenyaa kan dhaloonni tokkoo ol ajjeestoonnii fi ajjeefamoonni akkasumas hiisistoonnii fi hidhamtootni keessatti baayyatan kana keessa turuudhaan akka hayyuu garaa ofii caalaa biyyaa isaantiif yaaduu tokkootti anis ofii koo caalaa saba kootiif quuqamuudhaan waggaa 45 ol saba kootif biyyaa kootiif jijjirama woyyaa’aa fiduudhaaf amanamuummadhaan falmuun kiyya otoo beekkamuu cinaatti dhiibamee;

2. Biyya hunda keenyaaf taatuu fi walqixxumaadhaan nu mara keessummeessitu Itiyoophiyaa dimookraatoftuu uumuuf, sirni bulchiinsa haqaa kan bilisaa akka uumamu waggoota 25 darbaniif qabsaa’uu kiyyaan himatamee hidhamuun kiyya hanqatee, miseensa paarlaamaa biyyitti turuun kiyya osoo beekkamuu, mirga wabii yakkamtoota idileef iyyuu eeyyamamu dhoorkamuun kiyya, ana qofaaf osoo hin taane saba biyyi nuu fi ilmaan teenyaa nagayaan keessa jiraannu hegeriif ni uumamti jedhee abdatu maraaf akkasumas biyya teenyaa rakkattuuf uummata keenyaa barri dabruufii didee gadadoo cimaa keessa jiraatuu kanaaf gaddi cimaan kan natta dhagaahamu ta’uu akka naaf beekamuuf.

—————————————————————————-

ዶክተር መረራ የዋስ መብቱ መከልከሉ እንደተገፀለት ለፍርድቤት የተናገረው ቃል

1. ከእነጄኔራል መንግስቱ ንዋይና ጄኔራል ታደሰ ብሩ ዘመን ጀምሮ ከአንድ ትውልድ በላይ ገዳዮችና ሟቾች አሳሪዎችና ታሳሪዎች በበዛበት የሀገራችን የፖለቲካ ድራማ ውስጥ በመቆየት አንድ አንድ ከሆዱ በላይ ለሀገሩ የሚያስብ ምሁር ማድረግ እንዳለበት ሁሉ ከአርባ አምስት አመታት በላይ ለሀገሬ የተሸለ ለውጥ እንዲመጣ በታማኝነት መታገሌ እየታወቀ ወደ ጎን መገፋቱ፡፡

2. ለሁላችንም የምትሆንና በእኩልነት የምታስተናግደን ዴሞክራሲያዊት ኢትዮጵያ እንድትፈጠርና ነፃየፍትህ ሥርዓት በሀገራችን እንዲሰፍን ላለፉት ሃያ አምስት አመታት በመታገሌ መከሰሴ አንሶ የአገሪቱ ፓርላማ አባል የነበርኩ ሰው ለተራ ወንጀለኛ የሚፈቀድ የዋስ መብት በመከልከሌ የተሰማኝ ጥልቅ ሀዘን ለራሴ ብቻ ሳይሆን እኛም ሆን ልጆቻችን በሰላም ይኖሩበታል ለምንለው መከረኛ ሀገራችንና አላልፍለት ብሎ ስታመስ ለሚኖር መከረኛ ሕዝባችን ጭምር መሆኑን እንዲታወቅልኝ ነው፡፡

The post Dr. Mararaa Guddinaa Har’a Wayita Murteen Mirga Wabii Dhoorkuu irratti Darbu kan Dubbatan appeared first on Bilisummaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Trending Articles


Vimeo 10.7.1 by Vimeo.com, Inc.


UPDATE SC IDOL: TWO BECOME ONE


KASAMBAHAY BILL IN THE HOUSE


Girasoles para colorear


Presence Quotes – Positive Quotes


EASY COME, EASY GO


Love with Heart Breaking Quotes


Re:Mutton Pies (lleechef)


Ka longiing longsem kaba skhem bad kaba khlain ka pynlong kein ia ka...


Vimeo 10.7.0 by Vimeo.com, Inc.


FORECLOSURE OF REAL ESTATE MORTGAGE


FORTUITOUS EVENT


Pokemon para colorear


Sapos para colorear


Smile Quotes


Letting Go Quotes


Love Song lyrics that marks your Heart


RE: Mutton Pies (frankie241)


Hato lada ym dei namar ka jingpyrshah jong U JJM Nichols Roy (Bah Joy) ngin...


Long Distance Relationship Tagalog Love Quotes