Saphaloo kadiir
Je’e hiriyaan kiyya tokko. Siitu je’e akka naan hin jenne! Yoon je’e hoo maaltu gaa ja’a? Dhugumattuu nama injifannoo argate malee namni bishaan jige osoo ol hin qabin akkamitti dhiichisa? Osoo mixii hin ajjeesin akkamitti cal’isee geeyrara? Osoo abbaafi haati teenya dhiitamanii, eessaatu nurraa dhiichisa? Gaafii deebii dhabde.
The post “Jiraachuu keessan dhukaasaa nu garsiisaa jenne malee dhiichisaa nu garsiisaa yoom jenne?” appeared first on Bilisummaa.