Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyu Muluqqee keessatti weerarri Liyuu poolisii cimee itti fufee jira.

$
0
0

Guyyaa Har’aa Konkolaattota ISUZU sadi(3) araddaa UNKURUUREE jedhamtu keeysatti,qabuudhaan ummata Oromoo konkolaataa kanaan dalagachuuf deemu qabanii hidhanii of harkaa qabu.Aradduma Unkuruuree kanatti konkolaataa UD yokko yeroo qabuuf jedhan konkolaachisaan keeysaa bahee utaaluun hidhaa duraa bahee konkolaataa qabanii of harkaa qaban.
Abbootiin konkolaataa kanneenii keeysaa;
1,Ahmad Ibroo
2,Shakuul faadha.
Konkolaattonnii fi ummanni konkolaataa keeysa jiran walumaan harka Liyuu hidhaa jiran.
Karaa biraatiin Aanuma kana araddaa KARRA MARFATAA jedhamu keeysaa weerara bananii qabeenya ummataa Loonii,Gaalaa fikkf hedduu saamanii jiran.

The post Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyu Muluqqee keessatti weerarri Liyuu poolisii cimee itti fufee jira. appeared first on Bilisummaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>