RIP.
Namin kun dargaggoo Khaalif Umar jedhama Godina
Harargee Lixa Aanna Daroo Labuutii dhalatee. Guyyaa 17-12-2016
Somali laand magaala Hargeeysatii lubbun isaa adunyaa tana
irra du’aan booqotee! !!
Miidhaa mootummaan TPLF irran geysee
irra dandamachuu hin dandenyee;guyyaa murasa
dura kan somale land senee yomuu tahu ega guyyaa 2f
mana yaala turee boda boqotee.MATTIF ALIII
ISA MARAF IMAANAF SABARI ISINIF HAWAA…..
The post Dargaggeessi Oromoo tokko Hargeeysa keessatti du’aan addunyaarraa gale appeared first on Bilisummaa.