Oduu Gaddaa Guyyaa Har’aa biyyaa Maasrii magaalaa kaayiroo keessaatti baqattotin Oromoo baala ibiddaa Gamoo isaan irraa jirtan irrattii ka’ee midhaa cimaan irraa gahee jira baqattotin kun bayyee waan midhamnii jiruf Du’aa’ii nuuf godhaa jedhuu du’aa’ii godhaafi Yaa sabaa kiyyaa nuu hunduu waan tanu hin beeknu
The post Masrii: magaalaa muummittii biyya Misra Kaayroo keessatti Oromoonn bala ibiddaan du’an appeared first on Bilisummaa.