Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Kaayyoon keenna tokko

$
0
0

Bilisummaa

Kaayyoon keenna tokko 
Hin faca’inaa lammii koo
Gamtaan haa sochoonuu
Walii haa tumsinuu
Yoggasii kan moonuu!! (2)
Dhaabbannee fiduuf bilisummaa
Hifannee hin dhiifnuu yoomumaa
Yoomumaa yoomumaa!!!
Goota abaaboo abaaboo
Gabrummaa deebite gaboo
Goota abaaboo falmataa
Gabrummaa of irraa gataa!!!!!
Qabsoon hedduu ni hadhooftii
Hin fidnaa hadhaa dhandhamaatii
Gootni meeqaa Wareegas kaffalleetii
Ganzaba guurrattee isaan gad nu dhiittii
Isaan gad nu dhooftii
Qabeenna hattee wal hachiiftee
Soba haasoftii amma itti bariitee!!
Bara baraanuu maluma jijjiirtii
Ilmaan durii ilmaan masaafintii
Ilmaan durii ilmaan makuwaanintii
Ilmaan durii kan abbaa lafaa
Kan durii durii kan ammaa fafaa!!!!!
Tan teessumatti jibbine
Kaatee maa nutti sirbine
Maalif siyaasa siyaasa jenne!!!!!
Bilis bilisummaa
Hawwiin koo isimaa
Yoomumaa yoomumaa
Eennutu gabrooma
Eennutu gadi dhiitama?
Hunduu ka’ee haa finciluu
Gabrummaan eennuunuu hin maluu
Dhaloonnis hin dhaaluu
Dargaggoo jabaadhuu jabeessi irree
Bilisummaan galuuf egeree
Argachuu qabaadaa bilisummaa
Argachuu qabaadaa birmadummaa
Wawarraaqii qabsoon argamaa
Gabrummaa caccabsii darbadhuu
Jajjabaadhuu Rabbii guddaa kadhadhuu!!!!!(2)
Gamteessaa Sabaatiin

The post Kaayyoon keenna tokko appeared first on Bilisummaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Trending Articles


Vimeo 10.7.1 by Vimeo.com, Inc.


UPDATE SC IDOL: TWO BECOME ONE


KASAMBAHAY BILL IN THE HOUSE


Girasoles para colorear


Presence Quotes – Positive Quotes


EASY COME, EASY GO


Love with Heart Breaking Quotes


Re:Mutton Pies (lleechef)


Ka longiing longsem kaba skhem bad kaba khlain ka pynlong kein ia ka...


Vimeo 10.7.0 by Vimeo.com, Inc.


FORECLOSURE OF REAL ESTATE MORTGAGE


FORTUITOUS EVENT


Pokemon para colorear


Sapos para colorear


Smile Quotes


Letting Go Quotes


Love Song lyrics that marks your Heart


RE: Mutton Pies (frankie241)


Hato lada ym dei namar ka jingpyrshah jong U JJM Nichols Roy (Bah Joy) ngin...


Long Distance Relationship Tagalog Love Quotes



<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>