Image may be NSFW.
Clik here to view.
Akkuma beekkamu haalli yeroo ammaa Johannesburg keessaa hedduu yaaddessaa dhufeera. Kanaaf Dargaggoonni Johannesburg fii naannawaa ishee jiraattan guyyaa Aladaa waaree booda sa’aatii 2:30 Galma suultan bayotti akka nuuf Affeeramtan kabajaan isin gaafanna.
The post WAAMICHA HATATTAMAA QEEYROO AFRIKKAA KIBBAATIIF!! appeared first on Bilisummaa.