Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Caffeen Walgahii ariifachiisaa 2ffaa waggaa 2ffaa bara hojii caffee 5ffaa isaatiin Muudama garaa gara raggaasisuun xumurame!

$
0
0
ergamtoota-seenaa
Ergamtoota wayyanee haaraya wajjiinwal baraa

Bu’uruma kanaa
#1ffaa Obbo Lammaa Magarsaa- Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa

#2ffaa-Obbo Isheetuu Dassee Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa
Ta’uun yoo mudaman Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaan wal-harkaa fudhiinsa angoo Pireezidaantii duraanii Obbo Muktaar Kadiir irraa erga taasisan booda Mudama Kaabinee isaanii caffeef dhiyeessanii mudamni isaanii ragga’eera.

Haaluma kanaan
#1faa Obbo Umar Huseen Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa
#2faa Obbo Abiy Ahimad-Sadarkaa I/A Pireezidaantiitti Hogganaa Biiroo Misooma Magaalaafi Manneeni Oromiyaa
#3faa Obbo Isheetuu Getaahun Sadarkaa I/A Pireezidaantiitti Hogganaa Biiroo Qonnaafi Qabeenya Umamaa Oromiyaa
#4faa Obbo Tolosaa Daggafaa –Hogganaa Biiroo Maallaqaafi Walta’iinsa Diinagdee Oromiyaa
#5faa Obbo Birahaanuu Staggaayee –Hogganaa Biiroo Haqaa Oromiyaa
#6faa D/r Darajjee Guddataa –Hogganaa Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
#7faa D/r Hasan Yosuf -Abbaa Taayitaa Egumsa Naannoo Bosonaafi Jijjiirama Qilleensaa Oromiyaa
#8faa D/r Tashoomee Addunyaa -Hogganaa Komishinii Karooraafi DiinagdeeOromiyaa
#9faa Obbo Habtaamuu H/Mikaa’eel -Hogganaa Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa
#10faa Injinar Birhaanuu Baqqalaa -Hogganaa Biiroo Konistrakshinii Oromiyaa
#11faa Gargaaraa Komishinara Damballaash G/Mikaa’eel -Hogganaa Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa Oromiyaa
#12faa Addee Loomii Badhoo -Hoggantuu Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa
#13faa Obbo Asaffaa Kumsaa -Hogganaa Biiroo Bishaan,Albuudaafi Inarjii Oromiyaa
#14faa Addee Aziizaa Abdii – Hoggantuu Biiroo Dhimma Dubartootaafi Daa’immanii Oromiyaa
#15faa Obbo Wandimaagany Nagaraa -Hogganaa Biiroo Daldalaafi Misooma Gabaa Oromiyaa
#16faa Obbo Kaasaayee Abdiisaa -Biiroo Barnootaafi Teekniikaafi leenjii Oromiyaa
#17faa Obbo Birahaanuu Fayyisaa -Itti Gaafatamaa Waajjira Pireezidaantii Oromiyaa
Akkasumas
#18faa Obbo Eleemaa Qaamphee – Hogganaa Oditii Muummichaa Oromiyaa
#19faa Addee Hiruut Biraasaa – Komishinara Komishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa
#20faa Obbo Geetuu Wayyeessaa – Daayireektara Olaanaa Dhaabbata Raadiyoo fi Teeleviziinii Oromiyaa
Ta’uun Muudama isaanii Caffeen sagalee guutuun raggaasisee jira jedhu #OPDOn haarayati uumama jirti moo akki isii akkam.

The post Caffeen Walgahii ariifachiisaa 2ffaa waggaa 2ffaa bara hojii caffee 5ffaa isaatiin Muudama garaa gara raggaasisuun xumurame! appeared first on Bilisummaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>