Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Waamicha Yaadannoo  Guyyaa  FXG,  Waggaa  Tokkofaa..

$
0
0

  ABOn  konyaa Sweden Sadaasa 12/ 2016,FXG, waggaa tokkoofi demaa jiru  sabebeffachun Hawasa Oromoo Biyaa Sweden mari’aachisufi qophii xumarata jira. Akeeki qophii kanaas yeroo amma ummati Oromoo qabsoo bilisummaa fi walabummaa tasissa jiru, fixaan baasufi maal gochuun nurra eegamma kan jedhufi, warra qabsoo kana irratti waregaman yadachun taha. Mariin hawasaa kunis haala amma deemaa jiru yaada keessa galchuun kaayyoo ABO fi saba keenya ibsu yaalla. Akkasumas sabi keenya qabsoo kana xumuraa itti gochuufi waregama lubbuu kumataman baasa jiru, WBO jabbessuun  ala filanoo biraa akka hin jire beekuun, hawaasi Oromoo biyaa ambaa jiru qooda isaa beekkun gummacha irraa barbaadamuu tasisun, yeron isaa ammaa jenna. Saganta qophii kana fi galmaa iddoo qophiin kun itti tahu yeroo gababatti issin beeksifna. Kanumaan walqabsissun hiriira nagaa gochuun dungoo qabsissun warra qabsoo kana irratti wareegaman yaadana.

Injifatnnon Uummata Oromoof!!!

Koree Hojii Rawwachiiftuu K Sweden.

 

The post Waamicha Yaadannoo  Guyyaa  FXG,  Waggaa  Tokkofaa.. appeared first on Bilisummaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>