Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Waamicha Walgahii Ummataa Oromoo hundaaf

$
0
0

 

Addi Bilisummaa Oromoo (ABO Tokkome)  walgahii Ummanni Oromoo irratti argamee waa’ee addeemsa qabsoo Walabummaa Oromoo fi Bilisummaa Oromiyaa  woliin mari’aattee   yaadaa  fi yaadoo  isaa itti dhiyyeefatu qoopheessee jiraa.

Walgahiii kana irratti hooggannoon ABO biyya adda addaa   irratti hirmatu’uun  ibsaa fi marii barbaachiisu hawaasa  Oromoo woliin geggeessuu

Hawaasinni  Oromoo magalaa lakku  keesatti  argamu hundi walgahii kana irratti argamitaan haala  qasoon Oromoo yeroo ammaa keessaa jirtu hubatu’uun akka irraa  qooda fudhataan kabaja’aan isin affeeraa

Guyyaan : July/Adooleessa 31, 2016

Sa’aan :  1:00 WB  irraa jalqaba

Teessoon: Waldaya Hawasaa Oromoo Minniisoota , 465 Mackubin Street, Saint Paul, Minnesota 55103 .

Yoo Gaafi qabatan: (612)607-2404  ykn   (763)273-6297 bilbila

Injifannoo Ummata Oromoof !
Adda Bilisummaa Oromoo

Adooleessa 24, 2016          

The post Waamicha Walgahii Ummataa Oromoo hundaaf appeared first on Bilisummaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>