Namni barattoota Oromoo Yunivarsitii Haramayaa maqaa tarreessee Agaazitti kennaa jiru tokko nama kana. Maqaan isaa Mabratu Mollaa ti. Bara dabre eebbifamee University Enterprise Office keessa hojjata. Irraa of eegaa.
The post #OromoProtests OF Eeggannoof appeared first on Bilisummaa.