Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Freedom bells ring somaliland releases oromo man from prison 20 years later

$
0
0

Mohamed Muussaa Gamteessaa ja’ama, dhalataa Oromoo biyya Jimmaa Abbaa jifaara, bara 20 guutu yakka tokkoo malee mana hidhaa Hargeeyssaa keessaatti eega hidhabme turee booda amma gad dhiifame. Hireen warra carra hin qabnee akkana nama gooti .

Guutuu dhimma kanaa dubbisuuf as xuqaa


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>