Quantcast
Channel: Welcome to bilisummaa
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Dhukkubni KINTAAROOTII (hemorrhoids) maalii ?mallattoon isaahoo ? furmaata akkamiitu kennamuufii danda’aa?

$
0
0

Dhukkubni kintaarootii kan dhufu hoggaa hiddootni dhiigaa naannoo qaama bobbaatti argaman hamma barbaadamuu ol baballachuun (dilated )dhiiga of keessatti kuufatanidha. Dhukkubni kun yoo xiqqaate nama harka dhibba keessaa harka 4 (4% of all population) kan qabatudha.
Mallattoowwan isaa keessaa kan baay’inaan mullatan: Dhiiguu( kun yeroo bobbaa bobba’an kan dhiigu yoo ta’u yeroo baay’ee dhukkubbii hinqabu), hooqsisuu ( itching) fi dhukkubbii (pain) dha.
Furmaanni dhukkuba kintarootii akkuma sadarkaa (sadarkaa afur waan qabuuf) dhukkubichaatti qoricha irraa kaasee haga baqaqsanii sirreessuutti kennamuu danda’a.
Yoo hin yaalamiin ture rakkoolee lammataa isarratti hundaa’anii dhufan kan akka hir’ina dhiigaa ( sababa baay’ee dhiiguutiin) waan namatti fiduuf yaalamuu qabna.

Source: Dr. Gurmeessaa

The post Dhukkubni KINTAAROOTII (hemorrhoids) maalii ?mallattoon isaahoo ? furmaata akkamiitu kennamuufii danda’aa? appeared first on Bilisummaa.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1337

Trending Articles


Vimeo 10.7.1 by Vimeo.com, Inc.


UPDATE SC IDOL: TWO BECOME ONE


KASAMBAHAY BILL IN THE HOUSE


Girasoles para colorear


Presence Quotes – Positive Quotes


EASY COME, EASY GO


Love with Heart Breaking Quotes


Re:Mutton Pies (lleechef)


Ka longiing longsem kaba skhem bad kaba khlain ka pynlong kein ia ka...


Vimeo 10.7.0 by Vimeo.com, Inc.


FORECLOSURE OF REAL ESTATE MORTGAGE


FORTUITOUS EVENT


Pokemon para colorear


Sapos para colorear


Smile Quotes


Letting Go Quotes


Love Song lyrics that marks your Heart


RE: Mutton Pies (frankie241)


Hato lada ym dei namar ka jingpyrshah jong U JJM Nichols Roy (Bah Joy) ngin...


Long Distance Relationship Tagalog Love Quotes



<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>